Voolkaanoo ho'aa keessaatti akkamiin suura kaasuu dandeessu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Voolkaanoo ho'aa keessatti akkamiin suura kaasuu dandeessu?
Maxxanfame

Uulaa Loohmaan, Volkaanoo ho'aa keessa lixuun suuraa wayita kaaftu, miira akkami isheetti akka dhagaahamu gaaffii fi deebii BBC waliin taasifteen dubbatteetti.