Namoota sagalee dhabaniif sagalee ta'uun fedha

Ibsa waa'ee viidiyoo, Namoota sagalee dhabaniif sagalee ta'uun fedha
Maxxanfame

Ogummaa aartii qabutti fayyadamuun sarbama mirga namoomaa hambisuuf kan hojjetu fi abbaa alaabaa Gamtaa Afriikaa Yaaddessaa Zawugaa Booji'aan wal baraa.