'Homaa irraa hin fayyadamne'

Ibsa waa'ee viidiyoo, 'Homaa irraa hin fayyadamne'
Maxxanfame

Carraa hojii argachuu dabalatee dhaabbilee omisha albuudaa aanicha keessa jiran irraa fayyadamaa hin jirru, kanarra darbee rakkoo nurratti uumaa jira jechuun jiraattonni aanichaa yeroo gara garaatti hiriira mormii bahaniiru.