''Kophee haxaa'ee qarshii argadhuun iatileetii guddaa ta'uun fedha''
Maxxanfame
Kophee haaxaa'ee galii argatuun kan of bulchu Madihaanee Haayile, qarshii achirraa argatu qusatee atileetii guddaa ta'uu barbaada. Shaakala isaas halkaniin ka'ee sirriitti hojjata.