Burruusaa fi haamtuun maal bakka bu'uu laata?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Mallattoo burruusaafi haamtuu duuba seenaa maaltu jira?
Maxxanfame

Mallattoowwan burruusaafi haamtuun waliin mallattoo seenaa beekamaa keessaa tokkoodha. Garuu attamiin qaama seenaa warraaqsa Ruusiiyaa ta'anii laata?