Der al-Zur: Qabiyyee Islaamik Isteet dhumaa Siiriyaa keessaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Der al-Zur: iddoo dhumaa Islaamik Isteet Siiriyaa keessaa
Maxxanfame

Erga iddoo jabinaan bulchaa turan Raaqqaa dhaban booda, loltoonni garee Islaamik Isteet Siiriyaa keessaa qophii taasisaa jiru. IS yeroo ammaa kutaa biyyaa Der al-Zur jedhamutti daanga'anii jiru.