Eenyummaa Pireezidantii Keeniyaa beekuuf wantoota isin gargaaran
Maxxanfame
Filannoo lammaffaa paartiin mormituu cimaan irratti hin hirmaanneen Uhuuruu Keenyaataa sagalee %98 argachuun moo'aniiru. Uhuuruun eenyu akka ta'an beektuu?