Ispoortiin dubartootaa waliin rakkoo qabaa?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Ispoortiin dubartootaa waliin rakkoo qabayyu?
Maxxanfame

Haalawwan baay'ee keessatti atileetonni dubartii galii warra dhiira gad kan argatan yeroo ta'u, deeggartoonni isaaniis kan warra dhiiraa irra ni xiqaatu. kun kan ta'eef maaliifi laata?