Zabiibiin summii seenaa keessatti hamaa ta'e fashalleessu ni danda'a laata?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Zabiibiin summii seenaa keessatti hamaa ta'e fashalleessu ni danda'a laata?
Maxxanfame

Qarshi deeggarsaa addunyaatiin bishaan waliin gahuuf, eela bishanii hedduutu qotamaa ture. Waggoota heeddu booda garu eelawwan kana keessa bishan bahu summaawaa ta'uun barame.