Osoo waraanni Kooriyaa Kaabaa waliin eegalamee maal fakkaachuu mala?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Osoo waraanni Kooriyaa Kaabaa waliin eegalamee maal fakkaachuu mala?
Maxxanfame

Osoo Kooriyaa Kaabaa waliin waraanni eegalamee maal fakkaachuu danda'a? Kan jedhuuf, xiinxaltoonni lama akkasiin BBC'f ibsaniiru.