Rakkoo nageenyaa Somaalee fi Oromiyaa gidduutti ta'aa jiruun namonni buqqaafaman

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waldhabbii naannolee Somaalee fi Oromiyaa gidduutti ta'aa jiruun namonni buqqaafaman
Maxxanfame

Namoonni kumaatamaan lakkaawwaman waldhabbii uumameen bakka jireenyaa isaaniirraa buqqa'aniiru