Abbaan qabeenyaa beekamaan Chaayinaa hojjattoota isaa akkasiin bohaarsa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Abbaan qabeenyaa beekamaan Chaayinaa hojjattoota isaa akkasiin bohaarsa
Maxxanfame

Abbaan qabeenyaa Alibaabaa shubbistoota yookaan weellistoota osoo hin qacariin, ofiisaaf hojjattoota dhaabbatichaa bohaarsa.