Oromoon eebbaan waa eegalaatii, eebba fudhadhaa!

Ibsa waa'ee viidiyoo, Oromoon eebbaan waa bana. Eebba fudhadhaa!
Maxxanfame

Aadaa Oromootiin yoo waa jalqabamu, eebbaan eegalama. Nutis tajaajila BBC Afaan Oromoo kunoo tokko jennee eebba jaarsaatiin jalqabneerra.