US ogeeyyii lubbuu baraaran erguun alatti deeggarsa dolaara miliyeena 150 karaa dhaabbilee International Medical Corps fi Sagantaan Nyaataa Addunyaa Venezuweelaaf ergiteetti.
Hanqinni sun dhuma baatii Caamsaa keessa kan laafe fakkata; yeroo sanatti hojjettoonni mootummaa fi loltoonni RSF qarshii Sudaaniin mindaan isaanii kaffalamuun kun immoo naannolee to'annoo RSF jala jiran keessatti wanta barame ta'aa dhufe.
Akka suuraa Rooyitersi mul'ise tokkootti qarshiiwwan kunniin haaraa fi kan hin hojjetamne yoo ta'an, baatii Caamsaa bara 2022 irratti kan maxxanfamanii turani jedhu jiraattonni.
Maddi maallaqoota kanneenii eessa akka ta'e Rooytarsi adda akka hin baafatin hime. Nootii maallaqaa baankii Sudaan kan waraanan duraatiin baay'ee wal fakkaaata
Haa ta'u malee, ogeessi baankii Nyala, kan magaalaa Daarfuur kan maandhee aangawoota TASIS taatee jirtuu akka jedhetti maallaqoonni kun haaraa maxxanfaman.