Waa'ee Gaadaafii kana beektuu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Waa'ee Gadaafii kana beektuu?
Waa'ee Gaadaafii kana beektuu?
Maxxanfame

Hogganaan duraanii Liibiyaa Muhammur Gaadaafii waan hedduun yaadatamu.

Yaa'ii Waliigalaa Mootummoota Gamtoomanii (UN) irrattis waan dheeraa dubbatan.

Dubartoonni eegduu isaanii tahuuf filaman durbummaa qabaachuu qabu.

Waa'ee isaanii wantoota ajaa'ibsiisoo shan walitti qabneerra.