Roobbiin turistoota wareerse
Roobbiin turistoota wareerse
Maxxanfame
Kuni raajiidha. Roobbiin turistoota 'bakka seenan dhabsiise'.
'Ijoolleekoo waliin baay'ee rifanne. Takkaa waan akkanaa hin agarre' jedhe turistiin viidiyoo kana waraabe Oznur Beel.
Roobbiin bineensota ilkaan jabaa qabaniifi miidhaan namarraa geessisanidha.
Haa ta'u malee, namni bidiruurra jiru hunduu osoo hin miidhamin jalaa bahaniiru.



