Ajjeechaa Haacaaluu erga dhaga'amee booda godinaalee Oromiyaa garagaraatti maaltu ta'e?
Maxxanfame
Oduun ajjeechaa Haacaaluu erga dhaga'amee booda godinaalee Oromiyaa garagaraatti maaltu ta'e?
Haalli amma irra jiruwoo maal fakkaata? Suraafii viidiyoowwan miidiyaalee hawaasaarra jiran qindeessinee jirra.