Namticha Gaanaa qe'eetti qawwee tolchu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Namticha Gaanaa qe'eetti qawwee tolchu
Maxxanfame

Gaanaa keessatti qawween manatti tolfamu rakkoo uumaa jira. Saamicha biyyattii keessatti raawwataman keessaa %90 qawwee manatti hojjetamaniin kanaan raawwatu.