Saroonni busaa foolii fuudhuu danda'uu?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Saroonni busaa foolii fuudhuu danda'uu?
Maxxanfame

Saroonni busaa foolii fuudhuu danda'uu shakkii jedhuun hayyoonni qorannoo eegalanii jiru.

Bufataalee xiyyaaraatti saroota bobbaasuun tamsa'inaa dhibee kana to'achuun ni danda'ama jedhamees yadamaa jira.