Obbolaa afran, afranuu moodelota afranuu musliima

Ibsa waa'ee viidiyoo, Obbolaa afran, afranuu moodeelota afranuu musliima
Maxxanfame

Biyya dhiiroonni moodelii ta'uu hin dandeenya Chichiniyaa keesaa maatiin tokko moodelota jajjaboo afur addunyaaf gumaache.