Itoophiyaafi Eeritiraa gidduu maaltu tahaa jira?
Maxxanfame
Lolli Gaanfa Afrikaa dhiiga lammiiwwan baayyee dhangalaase waggaa 20 booda xumuramuufi. Xibabesillaasee Xigaabuu kutaa BBC Afaan Amaaraa irra haala Itoophiyaafi Eeritraa ammaa ibsiti.