Jilli Ertiraa Itoophiyaa waliin hariiroo qajeelfachuuf Finfinnee galan simataman.

Ibsa waa'ee viidiyoo, Jilli Ertiraa Itoophiyaa waliin hariiroo qajeelfachuuf Finfinnee galan simataman.
Maxxanfame

Jilli Ertiraa Ministira Dhimma Alaa biyyaattiin durfamu hariiroo qajeelfachuuf Finfinnee galaniiru. Yeroo Buufata Xiyyaaraa Addunyaa Boolee ga'anitti Ministira Muummee Itoophiyaa dabalatee anga'oonni gurguddoon simannaa taasisaniiruuf.