Addunyaa irratti biyya godaantota simachuun beekamtu

Ibsa waa'ee viidiyoo, Addunyaa irratti biyya godaantota simachuun beekamtu
Maxxanfame

Biyyoota addunyaa godaantota akka gaariitti simachuun beekamtu keessaa Ayislaand ishee tokko.