Dhama nyaataa Addunyaa: Iguusii Naayijeeriyaa
Maxxanfame
Shoorbaan Iguusii firii ykn ija meeloonii irraa hojjetama. Nyaata jaallatamaa Naayijeeriyaati. Soorata biroo kanneen akka ruuzii, marqaa fi waan feetan waliin dhiyaachuu danda'a.