Simannaa Obbo Baqqalaaf Istaadiyoom Adaamaa
Maxxanfame
Jiraattoonni magaalaa Adaamaafi leellistoonni Obbo Baqqalaa Garbaa boromtaa isaa mana hidhaatii bahaniitti kabaja isaaniif qaban ibsuuf mana jireenyaa isaanii fuulduratti walgahan haala akkasiitiin galateefatan.