Jiraattoonni Amboo Dr. Mararaa Guddinaatiif simannaa gootaa taasisan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Jiraattoonni Amboo Dr. Mararaa Guddinaaf simannaa gootaa taasisan
Maxxanfame

Dr. Mararaa Guddinaa waggaa tokkoo oliif hidhaarra kan turaniifi tibbana gadi-lakkifamaniif kaleessa magaalaa Ambootti simannaa ho'aan taasifameefiira.

Waraabbii viidiyoo: Habtaamuu Xibabuu

Gulaallii: Yaadataa Birhaanuu