Qurxummii shaarkii guddaa addunyaa lammaffaa

Ibsa waa'ee viidiyoo, Qurxummii shaarkii guddaa addunyaa lammaffaa
Maxxanfame

Qurxummii shaarkii guddaa addunyaa lammaffaa kun afaan isaa banee achi asi yoo namatti deemuu yaa nama sodaachisu isaa. Garuu kan foon hinyaaneefi nagaa qabeessa dha.