Yaa'ii Paartii Koministii Chaayinaarraa maal eegna?

Ibsa waa'ee viidiyoo, Yaa'ii Paartii Koministii Chaayinaarraa maal eegna?
Maxxanfame

Paartiin Koministii Chaayinaa yaa'ii waliigalaa waggaa shanitti al tokko taasisuuf Beeyjiingitti wal ga'eera. Yaa'ii kanarraa wantoonni eegaman maali kan jedhu gaaffii namoota hedduuti.