Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Pireezidantiin Jibuutii sagalee uummataa %97'n marsaa jahaaf filannoo mo'atan

  2. Aangoon Taaddasee dheereffamuun "seera-qabeessa" ta'uu Waajirri Ministira Muummee BBCf ibse

  3. TPLF MM Abiy muudama L/J Taaddasee dheeressuu morme, maal akeeka?

  4. Barsiistuun daandiirratti kuduraafi muduraa gurguraa turan eessa gahan?

  5. Torbee 'Dhukkubbii' amantoonni Ortodoksii sagadaafi gad-ofqabuun itti dabarsan

  6. Itoophiyaan biyyoota kamirraa boba'aa galfatti, hirkatummaa kana keessaa akkamiin baati?

  7. Itoophiyaan misooma koriidarii dabalatee muuxannoo misooma magaalaa Afrikaaf qoodde

  8. MM Abiy aangoo Pirezidantii Bulchiinsa Yeroo Tigraay waggaa tokkoon dheeressan

  9. Waraanni Iraan Itoophiyaa dabalatee Afrikaaf 'balaa hamaa' fidaa jiru maali?

  10. 'Soodareen cufamuusaatiin birrii bil. 3 kasaarre' - Dinquu Dayyaasaa

  11. Gara zoonii dinagdee damee hedduutti kan guddate Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa erga hundaa'ee maal buuse?

  12. Gudunfaa

  13. Labsiin 'ijoo dubbii ta'e' paarlamaaan ragga'eefi naannoo Oromiyaa ilaallatu maal of keessaa qaba?

  14. Obbo Shimallis Marroo waliin mari'achuuf qophiidha jedhan, WBO'n maal jedha?

  15. Ameerikaan 'mootummaa jijjiirre' jettus Iraan ammallee bayyanachaa jirti

  16. Gootattii nagaa dubartoota Musliimaafi Kiristaanaa hiriirsitee waraana dhaabde

  17. Boordiin Filannoo 'galmee filattotaa dirqamaa fi mindaa kutuun doorsisuu' akeekkachiise

  18. Bulchiinsi waggoota saddeetii MM Abiy yeroo xiinxalamu

  19. Waraanni Somaaliyaa magaalaa loltoonni Itoophiyaa buufatan Baayidowaa maaliif to'ate?

  20. Hanqina boba'aa mudate hordofee daballii gatii omishaaleerratti waan ummanni jedhu