Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Masiriifi Fannoon Diimaa reeffa namoota butamanii Gaazaa keessa barbaaduuf walta'an

Gareen Masiriifi Koree Fannoo Diimaa Idil-addunyaa (ICRC) irraa ijaarame reeffa namoota yeroo haleellaa Onkoloolessa 7 butamanii dua’anii akka barbaadaniif hayyamamuufii aanga’oonni Israa’el mirkaneessan.

Guduunfaa